Yeroo ammaa kana addunyaan gara dijitaalaatti ce’uun saffisaa fi hatattamaa ta’ee adeemaa jira. Hojii argachuu, of-barseessuu, dandeettii haaraa horachuu fi galii argachuu — hundi isaanii bu’uura dijitaalaa irratti hundoofaa jirani. Kana keessa, Demina Technology dhaabbata biyya keessaa kan yeroo gabaabaa keessatti guddina cimaa argameefi sirna barnootaa, carraa hojii fi dandeettii dijitaalaa sabaa fi biyyattiif uumuun beekamtii argataa jiru keessaa isa tokko ta’eera. Demina Technology walin Beekkumsaan Sooromii jechaa gara barruu kanaattii ceenaa.

Seensa Demina Technology walin Beekkumsaan Sooromii
Barreeffamni kana keessatti, haala Demina Technology hojiilee Digital Marketing irratti hojjetaa jiru bal’inaan ni ibsina. Akkasumas carraa barnootaa, carraa hojii, faaydaalee, dandeettii barbaachisuufi akkamitti itti dabalamu akka danda’amu irratti bal’inaan ni haasa’a.
Barreeffama kana dubbisuun, waan barachuuf, hojii barbaaduuf, yookiin galii dijiitaalaa argachuuf fedhii isiniif jiru hunda keessatti ifa guutuu ni argattu.
Demina Technology Eenyu? Maal Dalaga?
Ogeessa dandeettii dijitaalaa horachuu barbaadu hunda keessatti maqaan “Demina Technology” yeroo baay’ee dhaga’amaa jira. Garuu eenyu akka ta’e hubachuun barbaachisaa dha.
Demina Technology dhaabbata barnoota ammayyaa fi haala hojii dijitaalaa qopheessuufi babal’isu irratti hundaa’e dha. Dhimmoota lama irratti xiyyeeffatu:
✔️ Platformii Barnoota Digital Marketing – Demina E-Learning Demina Technology walin Beekkumsaan Sooromii
Kun marsaa barnootaa dijiitaalaa kan barattoota kumaatamatti barnoota digital marketing barsiisuufi dandeettii isaanii guddisuuf qophaa’e dha. Haaluma keenya keessatti:
- Marsaa afuriin barattoota kumaa ol barumsa digital marketing laatame
- Barattoonni seeraan baruu fi hojii dhunfaatti fayyadamu danda’an
- Barnoonni guyyuma guyyatti hojirra ooluuf qophaa’e
- Barnoota jalqabaa irraa hanga ogummaa ga’een hojjetanitti qindeessuun
Demina Technology walin Beekkumsaan Sooromii Carraa Hojii Dijitaalaa – Tirushop Digital Marketing Work Platform
Kana irratti, Demina Technology carraa hojii addaa uumeera. Haaluma gabaabaan:
- Platformii Tirushop jala barattoota 200 keessaa filatan
- Namoota kanaaf websayitii dhuunfaa baname
- Hojii digital marketing baay’ee salphaa ta’an kennuun
- Galii hanga €100 guyyaatti argachuu dandeessisu
- Carraa hojii bilisaan, bakka jirutti, sa’a’ii filatanii hojjechuun
Hojii kana irratti namoonni hedduun milkaa’ina guddaa argataa jiru. Kanaaf namoonni barnoota fudhachuu qofaa osoo hin taane, hojii irraa galii argachuun jireenya isaanii jijjiirachaa jiru.
Maaliif Digital Marketing Barachuu Qabna?
Gaaffiin yeroo baay’ee mootummaanis, dargaggoonis, dubartoonniis fi namoonni hedduun gaafatan:
“Maaliif digital marketing barachuun natti fayyada?”
Gaaffii kanaf deebii gabaabaa tokko qofa jiru. Sababni isaas addunyaan guutummaan gara dijitaalaatti jijjiiramaa jira. Hojii digital marketing baafneef, faayidaa guddaa irraa arhattaa. Kuniisa haala salphaadhaan Yuroo fii dolaaraan galii akkaa umtuu si fayyada. Maarree hojiin kunii humna keenya qofa osoo hin taane teknoolojii hamayyaa fayyadamuun nu waliin hojjettaa.
Faayidaa Digital Marketing Barachuun Argannu:
- Hojii bilisaa (freelancing) argachuu
- Galii yeroo barbaadame argachuu
- Dandeettii tajaajila dijitaalaa kennuu
- Suuqii dhuunfaa ofii babal’isuun galii bifa hawwataa ta’e argachuu
- Hojii idilee ykn online walitti makachuun badhaadhina ofii handhuratti uumuu
Nuti biyya tokko ta’uun, teknoolojii irratti hafuura baasuun gara fuulduraatti adeemsa hunda irran gahuuf hawwiin qabnu akkasumas Demina Technology fedhii kana deeggaruu fi dhugoomsuuf hojjetaa jirti.
Marsaan Barnootaa Demina E-Learning – Maaliin Itti Adda?
Akkuma barattoonni kumaan lakkaa’amaniin ragaan argisiisu, Demina E-Learning bifa qophaa’een, tarsa’oo fi hojiirra oolu keessatti guutuu dha.
✔️ Marsaa Afurii Barnootaa
Marsaan barnootaa Demina E-Learning kun bifa jalqabaa irraa xumuraatti namni tokko seeraan digital marketing barachuuf barbaachisu hunda of keessaa qaba:
Marsaa 1 – Seensa Digital Marketing
- Maali digital marketing?
- Dandeettii barbaachisaa maal?
- Odeeffannoo online akkamitti hojiirra oolcha?
Marsaa 2 – Tajaajila Dijitaalaa Uumuu
- Content creation
- Graphics, design, suura qopheessuu
- Video editing
Marsaa 3 – Suuqii Dijitaalaa Raawwachuu
- Social media marketing
- Facebook, TikTok, Instagram ads
- Blogging, SEO, fi email marketing
Marsaa 4 – Galii Argachuu fi Hojiitti Hiikkachuu
- Hojii bilisaa argachuu
- Fiverr, Upwork fi marketplace addunyaa fayyadamu
- Hojii Tirushop keessatti seera hojii barachuu
Kuni hundi barattoota keenna hojii irratti akka ga’een hojjetan taasisa.
Tirushop: Carraa Hojii Dijitaalaa Biyya Keenya Demina Technology walin Beekkumsaan Sooromii
Barnoota fudhachuun qofa gaarii miti.
Barnoota itti fayyadamuu fi hojii irraa galii argachuu faayidaa guddaa dha.
Kanaaf Demina Technology platformii hojii dijitaalaa #Tirushop jalatti carraa addaa uume.
✔️ Namoota 200 filachuun websayitii dhuunfaa banameefii Demina Technology walin Beekkumsaan Sooromaa jiruu
Namoonni kunniin:
- Websaayitii dhuunfaa isaanii banaatan
- Hojii digital marketing barattoonni hojjetan irratti hirmaatu
- Galii hanga €100 guyyaatti argatu
- Hojii salphaa, bilisaa fi yeroo barbaadan hojjetu
Tirushop keessatti hojjechuun abjuu baay’ee gara hojiitti geessa.
Hojii Kana Akkamitti Hojjetama?
Namni hedduun gaaffii kana ni qabaata:
“Hojii Tirushop keessaa akkamitti hojjetama?”
Akkuma barbachiiftu, hojiin kun:
- Salphaa
- Namoota hundaa tajaajila
- Bakka jirutti hojjetamu
- Bilisummaa sa’aatii qabu
- Galii tajaajila irratti hundaa’e
Namni tokko hojii kana jalqabuuf waan barbaadu:
- Lenjiin Akkataa Hojichaa Ni Kennamaaf
- Websayitii dhuunfaa isaa ni banamaaf
- Website banamee Google irrattii Monetize Godhamaa
- Guyyaa guyyatti haala salphaadhaan barreffama adda addaa website isaa irrattii maxxansaa.
Haaluma kanaan, namoonni hedduun ammaan tana bifa jijjiiramaa jireenya ofii uuman.
Haala Hojichaa Lenjii Kana Ilaalii
Lenjii akkataa website kee ittii fayyadamtuu video 7n sirriittii ilaalii fixii hubannodhaan ilaalii akkataa video irrattii isin barsifneen barreeffamoota addaa addaa website keetii irrattii maxxansuun hojjechuu qabda.Carraa fi hojii gaarii siif haa ta'u Hasen Muhamedhusen.Dhaabbata Demina Tech Jalattii Ittii Gafatamaa Garee Tirushop Lenjicha linkii armaan gadii fayyadamii ilaalii👇👇👇👇
Akka Maatiin Wal Taanee Biyyaaf Bu’aa Buusnu
Ogeessa tokko qabuun, barattoota kumaa ol tajaajiluu fi hojii uumuun hamma fedhe taanaan, bu’aa inni fidu baay’ee olaanaa dha.
Demina Technology karaa kanaan:
- Dargaggoota kenyaaf Hojii Umuu
- Barattoota hojii dhabuuf furmaata uumu
- Galii addaa akka argatan taasissun biyyaafi sabaaf bu'aa buusuu
- Biyya keenya gara teknoolojii ammayyaa geessuu
- Hojii dhugoomaa ta’e uummataaf uumu
Osoo wal taanee, barnoota fudhachuufi hojii hojjechuun, saba keenya kamu tajaajilu dandeenya.
Akkamitti Qabiyyee Kana Irraa Odeeffannoo Dabalataa Argachuun Dandeessa?
Hubannoo guutuu argachuuf dandeessan:
✔️ 1. Google irratti “Demina Technology” jechun search gochuu
Kun websayitii Demina Technology gara fuulduraatti isin geessa.
✔️ 2. Websayitii isaanii daawwachuu
Barnoota, hojii, tirushop, carraa waliin hojjechuu fi odeeffannoo hunda irra ni argattu.
✔️ 3. Lakk. Bilbilaa irratti bilbiluu
Namni hojii kana jalqabuuf fedhii qabu:
📞 0969707070 irratti bilbiluun odeeffannoo guutuu argachuu ni danda’a.
Yaada Xumuraa – Wal Hojjannee Garee Milkaa’ina Ta’u
Addunyaan haaraan namoota itti hadhoofti mitii; namoota itti qophii godhatee of irratti hojjetan waliin jiraatti.
Digital marketing barachuu, hojii hojjechuu, galii argachuu fi biyyaaf bu’aa buusuu — kun hundi ni danda’ama.
Isaan keessaa harki guddaan Demina Technology akka saba keenya barnoota argatuu fi hojii dhuunfaa qabaatu gochuuf jiru.
barrulee addaa addaa asi dubbisaa
Websaayitoo Platformii Kenyaa Daawwadhaa Demina Technology walin Beekkumsaan Sooromii.
- Damina E Learning
- Tirushop Marketplace
- OroJobs Networking
- Lawyer Hasen Mh Firm
- Onispire Demin
- Eybo Oro Trading
- Dabalata waa'ee Carraa Galii Haaraa Online Argachuuf Tirushop.com Waliin Hojjedhaa — Qophii Bal’inaan Dubbisii
Barbaachisummaa keessan naaf himaa!
