Addunyaa ammayyaa kana keessatti carraan hojii fi galii online argachuun akkuma beekkamu, saffisa hamaan babal’achaa jira. Dhugumatti, namni kam iyyuu kophaa mana isaa taa’ee, tajaajila interneetii fayyadamuun galii argachuu danda’u. Barattoonni, daldaltoonni, ogeessoonni, fi hojjattoonni yommuu carraa kana beektan, bakka hedduu deemuun dirqama miti; yeroon keessanis hin galu, humni keessanis hin dhabamu. Barruu kanaan Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology kan ta'ee Tirushop Marketplace irraa Hasofna Dhihaadhaa.

Seensa waa'ee Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology.
Addunyaa ammayyaa kana keessatti carraan jireenya jijjiiru yeroo hedduu bakka hin yaadamne irraa ka’a. Mee akka fakkeenyaatti, bara muraasa dura barattoonni hedduun interneetii fayyadamuun barnoota argachuun akka yaadama hin taaneetti ilaalamaa ture. Garuu har’a, barnootni online akkuma bakka barnoota jalqabaa ta’eetti fudhatama argateera. Akkasuma, carraan galii argachuu interneetii irraa bu’uureffate illee lammiilee addunyaa baay’ee rakkina baaseera.
Akkamitti Seenaa qabatama Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology walin ?
Mee Seenaa nama tokko hojii Platform Haaraa Dhaabbata Demina Tirushop jalattii hojjettee qabatamaan haa ilaaluu. Maqaan isaa Finxabaas Usmail yommuu jedhamuu Abbaa Website Bokkuu Tirushop dha, barataa Yunivarsiitii Amboo kan turee fi amma ebbifamee carraa dhaabbannii kenya fideef fayyadamuun nama ji'aan galii hanga Euuro 1000 nama hojjechuu danda'ee yommuu ta'u of bira darbuun biyyaafiis nama fayyaaduu ta'u danda'ee dha.
Gama ka'aniinis Hirmaataa Hojii digital marketing Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology fidee fayyadamuun ofis biyyas namnii fayyadaa jiruu keessaa innii biraa Obboo Jundii Aliyyii isaan tokkoodha. Obboo Jundin jiraata biyyaa Masrii ykn Egypt dhaa. Maarree website Carraa hojii digitaal marketing Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology fidee fayyadamuun Websaayititii Tirushop jalattii Eyboo Entertainment jedhu banchuun guyyaattii hanga euro 35€ ykn USD 40.75$ Nama Hojjechuu Danda'aniidhaa. Gama kaaniin Obboo Jundiin Websaayitii Dhunfaa isaanii "Eybo Oro Trading" jedhu banachuun of bira taranii sabaafiis nama carraa hojii umuudhaaf carraaqaa jiraadhidhaa.
Dubartoota Gahomsuu Keessattii Hojjii Dhaabbannii Deminaa Technology Hojjettee
Dhaabbannii Kenya Deminaa Technology Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology fidee kanaan dubartoota saba kanaa gahomsuu kessattii hojii bal'aa ta'ee hojjechaa jira. Gama kanaan hojii hojjetameen hirmaattoota hojii dijitaal Marketing dhaabbata kenyaa jalattii hojjechaa jiran kessaa persontaan 15%-25% kan gahaan dubartootaa. Maarree dubartoota gahomsuuf hojii hojjetameen hirmaattoota akka fakkenyaattii ka'an keesaa, kan akkaa. Addee Maliya abbaa websaayitii Melia Digital kan akka Addee Nejat Ahmed abbaa websayitii Neju Tirushop fi kan akkaa Addee Zubeydaa Jaboo Aliyii abbaa websaayitii "Yomiif Travel: Muuxannoo Imala Hin Irraanfatamne Uumuuf" jedhan isaan muraasa yommuu ta'aan Hirmaattoonni Kuniis galii Euro 2€-10€ Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology walin ijollee hojjetaa jiranidhaa.
Gabaabumattii Dhabbannii Daminaa
- Galii isaanii dabalsan
- Ummata bal’aa qunnaman
- Iccitii jireenya isaanii jijjiirame
- Beekumsa haaraa baratan
Kanaafuu, carraan tirushop.com jedhu siif dhihaate kun dabalata carraa akkanaati. Carraa salphaa fakkaatus, gara fuulduraatti garaagarummaa guddaa uumuu danda’a. Ati immoo haal-duree hin barbaachisu; meeshaa guddaa hin barbaachisu; yeroo hedduu hin fudhatu; beekumsa addaa hin gaafatu. Haala salphaa kana qofa barbaada:
- Interneetii
- Bilbila
- Yaada qooduu fi namoota affeeruu
- Fedhii guddisuu
Mee yaa ilaaluu: Ati namoota 10, 20, 50 ykn 100 hirmaachiste. Namoonni san immoo namoota biroo afeeran. Sadarkaan kun akkuma mukaa dallaa irratti biqiluu, cabaa facaa’ee guddina fidutti si geessa. Yoo xiqqaate, galiin siif dabalama; yoo caale garuu karaa jireenya keetiif madda bu’aa guddaa ta’a.
Seenaa akka Firaa’ol fi nama hedduu irraa barachuun, ati illee carraa kana irraa ka’uun bakka ati amma jirtu irraa gara bakka ati hawwitu geessu danda’a. Jalqabni salphaa ta’a; garuu bu’aan isaa baay’ee guddaa ta’uu danda’a.
Karaa ba’aa biraa arrabsuu hin barbaannu. Kana gochuun, yeroo xiqqaa, humna xiqqaa, meeshaa xiqqaa fi dandeettii xiqqaa barbaada. Haa ta’u malee, bu’aan inni fidu guddaa dha — ifatti, amala daldala online ittiin barattu, tajaajila qusannoo barattu, beekumsa dijitaalaa argatta, galii argatta, danda’aa fi of-danda’aa taatta.
Waa'ee Platform Haaraa Dhaabbata Demina jalattii Waae Da.inaa E Learning haa ilaaluu
Keessumaa, barattoota DAMINA E-LEARNING irratti ogummaa garaagaraa barachaa jirtan, baruumsa keessan xumuritanii ogummaa haaraa horataniis, amma carraan haaraan isin eeggataa jira. Kana malees, namni hordoftoota keenya keessa jiru kamiyyuu carraa kanaan galii internetii argachuu danda’a. Kun hundi akka salphaan sitti dhagayamu fi akka namni kamiyyuu seenuun fayyadamuu danda’uuf, tajaajilli haaraan tirushop.com jedhu qophaa’ee jira.
Blogii bal’inaan kana keessatti, carraan kun maal akka ta’e, maalif akka fayyadu, akkamitti akka itti hirmaattanii galii walitti qabdan, akkasumas bu’aa inni caalaatti isiniif fidu bal’inaan haa ilaallu.
Tirushop.com — Platform Haaraa Dhaabbata Demina Tech Jalattii Carraan Galii Online Haaraa
Tirushop.com jechuun moosaajii (website) haaraa kan tajaajila daldala online, qoodinsa, beeksisaa fi galii walhormisisuu irratti hojjatuu dha. Kuni carraa namoota interneetii fayyadaman hundii itti hirmaachuu danda’an keessa isa salphaa, isa saffisaa fi isa bu’a qabeessa ta’eedha.
Hubadhaa:
Namni kamiyyuu fe’ee dagaagee beekumsa addaa qabaachuu hin barbaachisu.
🥳 Dhaabbanni kun nama tokko keessatti beeksisa qooduu fi namoota biroo affeeruu qofa barbaada. Kana gochuun, galii ji’a hunda qaama dhuunfaa keessaniin argachuu dandeessu.
Maalif Carraan Kun Barattootaafi Hordoftoota Nuti Qabnu Boonsa?
Barattootni hedduun yeroo ammaa kana, hojii argachuu, daldala jalqabuufi itti gaafatamummaa maatii gargaaruu irratti carraan isaanii salphaa miti. Yeroo tokko tokko carraan hojii irra ga’uuf karaa cimaa irra darbu. Kanaaf, maallaqa dabalataa online argachuu akka danda’an gochuuf, tirushop.com mijuu dha.
Sababni isaas:
- 💡 Interneetii qofa barbaada
- ⏳ Yeroo muraasa qofa fudhata
- 🧑💼 Beekumsa addaa hin barbaachisu
- 📈 Galii saffisaa fi ji’a hunda walitti fufaa argamsiisa
- 🌍 Bakka jireenya keessan irraa socho’uu hin feesisu
Namni kamiyyuu, barataan, hojjetaan, maatiin ykn daldalaan — hirmaachuu danda’a.
Akkaataan Itti Hirmaatanii Galii Argattan — Tarkaanfilee Salphaa 4 Qofa
Hirmaachuun baay’ee salphaa. Tarkaanfilee kana 4 qofa hordofuu dandeessu.
👉 Tarkaanfii 1 — Tirushop.com Seenuu
Google irratti: Tirushop Marketplace ykn Demina Technology jedhanii barbaadi
Ykn liinkii kana tuqaa:
www.tirushop.com
Yeroo kana, fuula duraa (homepage) irratti carraa isin eeggachaa jiru ni argitu. Madda beeksisa, tajaajila, fi hirmaannaa adda addaa arguu dandeessu.
👉 Tarkaanfii 2 — Social Media Keessan Irratti Share Gochuu
Website kana social media keessan irratti qooduu:
- Telegram
- TikTok
Namoota baay’ee bira akka ga’u taasisa. Namoonni fuula kana argan, dantaa itti horatan, nuuf galmoomu danda’u.
Hubadhaa: Namni tokko si’oollee akka sochii keessan irraa hirmaatu taasifuu keessan, baay’ina galii keessan guddisuu irratti gahee guddaa qaba. Mee waa isinii fakkeessu:
Yoo namoonni 100 fuula keessan irratti share gootanii argan keessaa 10 qofatu galmoome, bu’aa guddaa argattu. Kana booda, 10 sun ammoo namoota bira biroo affeeru — akkana akkanaa bu’aan keessan walirra caala.
👉 Tarkaanfii 3 — Of Galmeessuu (Registration)
Share gochuun booda, ofii keessan dura galmooftu.
Liinkiin galmee:
tirushop.com/register
Asirratti:
- Maqaa keessan galchuu
- Email ykn bilbila barreessuu
- Password uumuu
- Hirmaattota jabeessuu
Ergasii account keessan banamuun hojiin keessan ni jalqaba.
👉 Tarkaanfii 4 — Namoota Biroo Afeeruu
Kana jechuun:
- Link keessan namoota biraa erguu
- Namoota si beekan akka galmaawan jajjabeessuu
- Dargaggoo, barataa, maatii ykn hiriyyaa isin qunnamu hundaaf himee fayyadamoo taasifuu
Namni harka keessanii seene hundi bu’a isaa irratti isinis hirmaattuu.
📌 Namni tokko galmaaye iddoo bu’aa galchiteetti jijjiiramuu ni danda’a.
Akkamitti Galii Argattu? — Ragaa Akkaataan Isaa Jalqabu
Yeroo hirmaattan:
- Namni tokko tirushop.com irratti galmaa’ee hojiitti seenuun, bu’aan isaa irraa gama link keessanitti lakkaa’ama.
- Namni lama, sadii, shani… akkasitti dabalataan hirmaachuun, galii keessan dabala.
- Baay’inaan namoota hirmaachisuu fi yeroo itti guddiftan irratti hundaa’ee, ji’a kanaan dollarri itti dabalaa adeema.
🛍 Galii Ji’a Tokko Keessatti: $100 — $1000 argachuu dandaa'aa.
Fakkeenyaaf:
- Websaayitii kee Namoota 100-500 huyyaattii yoo daawwatamee galii → $10–$100
- Namoota 500 hanga 1000 yoo daawwatamee galii → $100–$500
- Namoota 1000+ ol guyyattii yoo websaayitiin kee daawwatamee galii → $700–$1000 fi isaa caalaas akka ta’u ni danda’a
Isuma kana qofa kan barbaachisu? Eeyyee. Namoota affeeruu. Qooduu. Hojii keenya beeksisuu.
Faayidaalee Gudrguddoo Platform Haaraa Dhaabbata Demina Technology Kana Irra Argattan.
⭐ 1. Galii Dabalaa Argachuu
Osoo mana keessa taa’anii, yeroon keessan madaalama ta’ee, hojii dachaa lamaa gochuu malee galii argachuu dandeessu.
⭐ 2. Yeroo Muraasa Fudhata
Guyyaa tokko keessatti sa’aatii lamaa caala hin fudhatu. Tajaajila keessan qooduu qofa.
⭐ 3. Namoota Hedduu Quunnamu
Social media keessaa namoota baay’ee beektanii, hirmaachisuu salphaa ta’a.
⭐ 4. Dabalataa Beekumsa Barachuu
Website waliin hojjechuun daldala online akkamitti hojjetu ni barattan. Kun ammoo carraa daldala keessan gara fuulduraatti taasifti.
⭐ 5. Eegaluu Salphaa
Investment cimaa hin barbaachisu. Interneetii, bilbila fi dandeettii share gochuu qofa.
Maalif Amma Hirmaachuun Barbaachisaa Dha?
Garuu, carraan kun yeroo murtaa’e qofaaf tura waan ta'eef
Karra bu’aa hin dheeratu. Namni dursa seene, bu’aa isaa guddisuu danda’a.
Sababni isaas:
- Yommuu carraan haaraa banamu, dursa qabachuun filannoo baay’ee fida
- Yeroon hunda caalaa amma salphaa ta’e
- Doorsisuu dargaggoota fi barattoota gara hojii online geessuuf carraa guddaadha
- Galii baay’ee keessa keessa nama jalqabaa gadi bu’aa argamsiisa
Kanaafuu, afi ergaa carraa kana hin dabarsinaa; saffisaan hirmaadhaa.
Barattoota DAMINA E-LEARNING — Carraa Kanaan Beekumsa Keessan Hojii Irra Oolchaa
Barataan ogummaa barate, yeroo baay’ee carraa hojii barbaacha irra darbaa hin citu. Tirushop.com immoo akka dursa keetii ogummaawwan:
- Social media marketing
- Digital promotion
- Online earning
- Affiliate work
kessatti fayyadamtuuf carraa guddaa sitti kenna.
Barnoota barattan hojii keessatti itti fayyadamuun galii argachuu — kun bu’aa dhaloota ammayyaati.
Akkamitti Namoota Biroo Afeerra? (Tartiiba Salphaa)
Namoota galmaawaa gochuu keessatti, akkuma social media keessatti hojjetan, tarsiimoon kun isinif tajaajila guddaa qaba:
📌 Post godhuu
Fuula keessan irratti barruu gaarii barreessuun, link keessan faaduu. akkataa post ittii gootan video armaan gadii irraa daawwadhaa.
Yoo Laptopii fayyadamtan Vidio kana ilaalaa
Yoo Silkiidhaan Hojjettan fayyadamtan Vidio kana ilaalaa
📌 Lenjii Akkaataa Hojichaa You Tube irraa dawwachuu
Garee keessan keessaa namoota 30–50 biraan qooduu.
📌 Namootni heddun websaayitii kessan akka daawwatan jajjabeessuu
"Share godhaa, galii argadhaa" jedhaa.
📌 Ragaa fayyadamaa qopheessuu
Namoota seenee bu’aa argatan fakkeenya taasisuu.
📌 Barreeffama salphaa itti dubbachiisu
“Galmo'aa, share godhaa, galii argamaa” — akkasitti salphatti hubatu.
Gaaffilee Namni Hedduun Naaf Gaafatanii (FAQ)
❓ Kamiitu hirmaachuu danda’a?
Namni interneetii qabu kamiyyuu.
❓ Maallaqa jalqabaa gaafata?
Lakki. Galmo’uun tola.
❓ Galii akkamii argachuu dandeenya?
$100 – $1000 ji’a tokko keessatti.
❓ Namoota meeqa hirmaachisuun dirqama?
Dabalataan baay’inaan hirmaachisuun bu’aa guddisuu danda’a; sararaa dirqamaa hin qabu.
❓ Sirna isaa akkamitti hordofna?
Account keessan irratti bu’aa fi hirmaattota keessan lakkoofsa argitu.
Jecha Ragaa Hirmaattoonni Kenya keennanis videodhaan.
Xumura — Carraan Kun Kan Dursa Seenan Qabu!
Yeroo addunyaa keessaa jireenyi saffisa guddaa qabu keessa jirru kana keessatti, carraan galii online argachuun akka qabeenya haaraa ta’eetti fudhatama. Tirushop.com immoo carraa salphaa, saffisaa, bu’a qabeessa fi namni kamiyyu hojjachuu danda’u uumeera.
Yeroon kun yeroo gabaabaa dha.
Warri dursa seenan bu’aa caalatti argatu.
Warri hin dursin ammoo carraa isaanii dhabu.
Kanaaf, har’a, amma, yeroo kana — hirmaadhaa.
🚀 Seenaa dhiheessuu hin dhiisinaa. Carraa kana fudhadhaa. Hojjedhaa. Galii ji’a hunda argadhaa.







