Deminaa Technology Portfolio
Portfolio Hojii Deminaa Technology
የ Deminaa Technology ፖርትፎሊዮ
Explore the digital capabilities and solution areas we use to help businesses, organizations, and educational projects build practical digital systems.
Daldaltoota, dhaabbilee fi pirojektoota barnootaa sirna dijitaalaa hojii irra oolu akka ijaaran gargaaruuf dandeettii fi dameewwan furmaataa dijitaalaa keenya ilaalaa.
ንግዶች፣ ድርጅቶች እና የትምህርት ፕሮጀክቶች ተግባራዊ የዲጂታል ስርዓቶችን እንዲገነቡ የምንጠቀምባቸውን የዲጂታል አቅሞች እና የመፍትሄ ዘርፎችን ይመልከቱ።
Practical Digital Solutions
Furmaata Dijitaalaa Hojii Irra Oolu
ተግባራዊ የዲጂታል መፍትሄዎች
Deminaa Technology works across several digital technology areas, combining web development, e-commerce, e-learning, artificial intelligence, software development, and digital marketing capabilities.
Deminaa Technology dameewwan teknooloojii dijitaalaa garaagaraa keessatti hojjeta. Web development, e-commerce, e-learning, artificial intelligence, software development fi digital marketing walitti fiduun furmaata dijitaalaa hojjeta.
Deminaa Technology በተለያዩ የዲጂታል ቴክኖሎጂ ዘርፎች ይሰራል። የድር ልማት፣ ኢ-ኮሜርስ፣ ኢ-ትምህርት፣ ሰው ሰራሽ እውቀት፣ የሶፍትዌር ልማት እና ዲጂታል ማርኬቲንግን በማጣመር ተግባራዊ የዲጂታል መፍትሄዎችን ያቀርባል።
Each solution area can be adapted around the requirements, audience, workflow, and goals of a specific organization or project.
Furmaanni tokko tokko fedhii, uummata, adeemsa hojii fi kaayyoo dhaabbataa ykn pirojektii addaa irratti hundaa'uun qophaa'uu danda'a.
እያንዳንዱ የመፍትሄ ዘርፍ በአንድ ድርጅት ወይም ፕሮጀክት ፍላጎት፣ ታዳሚ፣ የስራ ሂደት እና ግብ መሰረት ሊስተካከል ይችላል።
Selected Solution Areas
Dameewwan Furmaataa Filatamoo
የተመረጡ የመፍትሄ ዘርፎች
Our portfolio is organized around the types of digital solutions we develop and support.
Portfolio keenya gosoota furmaata dijitaalaa ijaarree fi deeggarrru irratti hundaa'uun qindaa'eera.
የእኛ ፖርትፎሊዮ በምንገነባቸው እና በምንደግፋቸው የዲጂታል መፍትሄዎች ዓይነቶች ዙሪያ ተደራጅቷል።
Web Development
Web Development
የድር ልማት
Responsive websites and web platforms designed for communication, usability, and online visibility.
Weebsaayitii fi web platform qunnamtii, fayyadama salphaa fi argama online fooyyeessuuf qophaa'an.
ለግንኙነት፣ ለቀላል አጠቃቀም እና ለመስመር ላይ ታይነት የተዘጋጁ የድር ጣቢያዎች እና መድረኮች።
E-Commerce Solutions
Furmaata E-Commerce
የኢ-ኮሜርስ መፍትሄዎች
Online commerce systems that help businesses present products, manage digital sales, and communicate with customers.
Sirna daldala online kan oomisha dhiyeessuu, gurgurtaa dijitaalaa bulchuu fi maamiltoota waliin qunnamuuf gargaaru.
ንግዶች ምርቶችን እንዲያቀርቡ፣ ዲጂታል ሽያጭን እንዲያስተዳድሩ እና ከደንበኞች ጋር እንዲገናኙ የሚያግዙ የመስመር ላይ የንግድ ስርዓቶች።
E-Learning Platforms
Platformii E-Learning
የኢ-ትምህርት መድረኮች
Digital learning environments for organizing educational content and supporting online learning activities.
Naannoo barnootaa dijitaalaa qabiyyee barnootaa qindeessuu fi hojii barnoota online deeggaru.
የትምህርት ይዘትን ለማደራጀት እና የመስመር ላይ የመማር እንቅስቃሴዎችን ለመደገፍ የሚያገለግሉ ዲጂታል አካባቢዎች።
AI Consulting
Gorsa AI
የAI ማማከር
Practical AI guidance for selected business processes, workflows, analysis, and customer experience.
Adeemsa hojii, xiinxala, hojii daldalaa filatamaa fi muuxannoo maamilaa keessatti AI fayyadamuuf gorsa hojii irra oolu.
ሰው ሰራሽ እውቀትን በተመረጡ የንግድ ሂደቶች፣ የስራ ሂደቶች፣ ትንታኔ እና የደንበኛ ልምድ ላይ ለመጠቀም ተግባራዊ ምክር።
Software Development
Software Development
የሶፍትዌር ልማት
Customized software solutions built around specific organizational workflows and requirements.
Software fedhii fi adeemsa hojii dhaabbataa addaa irratti hundaa'uun qophaa'u.
በተወሰኑ የድርጅት የስራ ሂደቶች እና ፍላጎቶች ዙሪያ የሚዘጋጁ ብጁ የሶፍትዌር መፍትሄዎች።
Digital Marketing
Digital Marketing
ዲጂታል ማርኬቲንግ
Digital marketing support focused on online visibility, content, audience communication, and measurable campaigns.
Digital marketing kan argama online, qabiyyee, qunnamtii uummataa fi duula dijitaalaa madaalamuu danda'u irratti xiyyeeffatu.
በመስመር ላይ ታይነት፣ ይዘት፣ ከታዳሚዎች ጋር ግንኙነት እና ሊለኩ በሚችሉ ዲጂታል ዘመቻዎች ላይ የሚያተኩር የዲጂታል ማርኬቲንግ ድጋፍ።
How We Build Digital Solutions
Furmaata Dijitaalaa Akkamitti Ijaarra?
የዲጂታል መፍትሄዎችን እንዴት እንገነባለን?
A structured process helps connect business requirements with practical technology implementation.
Adeemsi qindaa'aa fedhii hojii fi ijaarsa furmaata teknooloojii hojii irra oolu walitti hidhuuf gargaara.
የተደራጀ የስራ ሂደት የንግድ ፍላጎቶችን ከተግባራዊ የቴክኖሎጂ አፈጻጸም ጋር ለማገናኘት ይረዳል።
Understand
Hubachuu
መረዳት
Understand the project requirements, audience, goals, and operational challenges.
Fedhii pirojektii, uummata, kaayyoo fi rakkoo hojii hubachuu.
የፕሮጀክቱን ፍላጎት፣ ታዳሚ፣ ግብ እና የስራ ችግሮችን መረዳት።
Plan
Karoorsuu
ማቀድ
Define the structure, features, content, and implementation requirements.
Caasaa, tajaajila, qabiyyee fi fedhii ijaarsaa murteessuu.
አወቃቀሩን፣ ባህሪያቱን፣ ይዘቱን እና የአፈጻጸም ፍላጎቶችን መወሰን።
Build
Ijaaruu
መገንባት
Develop and configure the required digital components.
Qaamolee dijitaalaa barbaachisan ijaaruu fi qindeessuu.
አስፈላጊውን የዲጂታል ክፍሎች መገንባት እና ማዋቀር።
Improve
Fooyyeessuu
ማሻሻል
Review the solution and make appropriate improvements based on requirements and feedback.
Furmaata ilaaluun fedhii fi yaada irratti hundaa'uun fooyya'iinsa barbaachisaa gochuu.
መፍትሄውን መገምገም እና በፍላጎት እና በአስተያየት መሰረት አስፈላጊውን ማሻሻያ ማድረግ።
Technology Capabilities
Dandeettiiwwan Teknooloojii
የቴክኖሎጂ አቅሞች
Responsive Digital Experiences
Muuxannoo Dijitaalaa Meeshaalee Adda Addaa
ለተለያዩ መሳሪያዎች የሚስማማ ዲጂታል ልምድ
Digital interfaces designed to work across different screen sizes and devices.
Interface dijitaalaa screen fi meeshaalee garaagaraa irratti sirriitti hojjetu.
በተለያዩ የስክሪን መጠኖች እና መሳሪያዎች ላይ እንዲሰሩ የተዘጋጁ ዲጂታል ኢንተርፌሶች።
Scalable Solutions
Furmaata Guddachuu Danda'u
ሊያድጉ የሚችሉ መፍትሄዎች
Technology structures can be planned with future organizational requirements in mind.
Caasaan teknooloojii fedhii dhaabbataa gara fuulduraa yaada keessa galchuun qophaa'uu danda'a.
የወደፊት የድርጅት ፍላጎቶችን ከግምት ውስጥ ያስገቡ የቴክኖሎጂ አወቃቀሮች።
Local Context
Haala Naannoo
የአካባቢ አውድ
Solutions can be considered around local business, organizational, and audience requirements.
Furmaanni fedhii daldalaa, dhaabbataa fi uummata naannoo irratti hundaa'uun ilaalamuu danda'a.
መፍትሄዎች በአካባቢያዊ የንግድ፣ ድርጅታዊ እና የታዳሚ ፍላጎቶች ዙሪያ ሊታዩ ይችላሉ።
Practical Implementation
Ijaarsa Hojii Irra Oolu
ተግባራዊ አፈጻጸም
We focus on useful digital components that connect technology with real operational needs.
Qaamolee dijitaalaa faayidaa qaban kan teknooloojii fi fedhii hojii dhugaa walitti hidhan irratti xiyyeeffanna.
ቴክኖሎጂን ከተጨባጭ የስራ ፍላጎቶች ጋር የሚያገናኙ ጠቃሚ የዲጂታል ክፍሎች ላይ እናተኩራለን።
Have a Digital Project in Mind?
Pirojektii Dijitaalaa Yaadaa Keessan Jiraa?
የዲጂታል ፕሮጀክት ሀሳብ አለዎት?
Tell us about your business, organization, or project requirements. We can discuss an appropriate digital approach for your needs.
Waa'ee daldala, dhaabbata ykn pirojektii keessanii fi fedhii isaa nutti himaa. Furmaata dijitaalaa fedhii keessaniif mijatu irratti waliin mari'achuu dandeenya.
ስለ ንግድዎ፣ ድርጅትዎ ወይም ፕሮጀክትዎ እና ፍላጎቶቹ ይንገሩን። ለፍላጎትዎ ተገቢውን የዲጂታል አቀራረብ በተመለከተ መወያየት እንችላለን።
Start a Project Pirojektii Eegalaa ፕሮጀክት ይጀምሩ